Call US :- 095 388 7194

  • Dudhaalee (Core Values)
  • Itti gaafatamummaa/responsibility/
  • Hirmaachisummaa(Participation)
  • Iftoomina (Transparency)
  • Haqummaa fi hunda-galeessummaa/Equity and inclusiveness/
  • Waliigaltee irra gahuu (Consensus)
  • Olaantummaa seeraa kabajuu(Rule of Law)
  • Deebii hatattamaa kennuu (Responsiveness )

Obbo Maatiyoos Sabboqaa

"Akkam jirtu! Maamiltoota keenya kabajamoo! Biiroon Dargaggoo Fi Ispoorti Oromiyaa Misooma hunda gala dargaggoo fi Ispoortii fiduun hawaasa balla irraa fayyadamaa taasisuun badhaadhina biyyaaf ga’ee isaa ba’achuu irratti argama. Hojiin misooma dargaggootaa hojii qaama tokkoon hojjetamu osoo hin taanee hojii sekteroota mootummaa qindeessuun karaa gurmaa’een hojjetamu dha. Kanaafis idileeffannaa dargaggootaa lafa qabsiisuun, fooramii dargaggoo fi mootummaa cimsuun fayyadamummaa dargaggootaa sadarkaa barbaadamutti oli guddisuuf xiyyeefannoo olaanoon kan hojjetamu ta’a. Giddu gala dargaggootaa ballinaa fi qulqulinaan akka jiraatan taasisuun dargaggoota keenya bakka hin malletti yeroo isaani akka hin balleesineef ni hojjetama. Waltajjii bal’aa uumuun dargaggoon keenya danddeettii siyaasa isaa akka guddifatuu, ilaalchoota gufuu badhaadhina biyyaa ta’aan irraa akka walaboomu kan hojjetamu ta’a. Dargaggoon keenya quuqamaa fi jaalala biyya isaaf qabuu tolaan biyya isaa tajaajjiluun akka ibsatu, Hojii Tajaajjila lammummaa irratti balinaan ni hojjetama, akka hirmaatus ni taasifama. .

Misooma ispoortii gudisuu fi hawaasa fayyaa qabu horachuuf hojiin hojjetamuu hojii adda ba’ee ilaalamu miti. Sochii ispoortiif xiyyeeffannoo kennuun hojjechuun barbaachisaa ta’a. Misoomaa hunda gala ispoortii keessattii gurmaa’iinsii ispoortii idoo olaana kan qabu yommuu ta’u gurmaa’iinsa cimaa ta’e uummun ispoortii bu’uuraa hawwaasa akka qabaatuu taasisuu keessattii idoo olaa qaba.

Read More

Mullata

Bara 2022tti misooma Dargaggoo fi Ispoortii mirkaneessuun biyya keenya badhaadhinatti ceetee arguu dha.

Ergama

Dargaggoota naannoo Oromiyaa Bifa Qinda’ee fi gurmaa’een Sochii Ijaarsa Sirna Dimookiraasii, Bulchiinsa Gaarii fi Misoomaa Keessatti Miira Guutuu fi Adda durummaann hirmaatotaa fi fayyadamoo akka ta’an taasisuu

Dudhaalee (Core Values

• Itti gaafatamummaa/responsibility/ • Hirmaachisummaa(Participation) • Iftoomina (Transparency) • Haqummaa fi hunda-galeessummaa/Equity and inclusiveness/

Meet Our Directorate

Obbo Maatiyoos Sabboqaa

General Directore

Kristiana

Sport Departemant Directorate

Obbo Kadir

Youth Deprtemant Directore

Well Come To Oromia Youth and Sport Bureau

Oromia Youth and Sport Bureau

Dorgommii Atileetiksii

More

Fayyadamummaa dinagdee dargaggootaa

More

Well Come To Oromia Youth and Sport Bureau

Oromia Youth and Sport Bureau

Mission

By establishing a modern and equitable marketing system, the quality of the product will be available to the public, including in the domestic and foreign markets, to enable the people to benefit from it..

Vision

With the growth of market development in the Oromia region in 2017 EC, our region's population will be revitalized to reach middle-income countries.

Core Values

• Accountability • Transparency • Efficiency and Effectiveness • Participatory • Work for Change • Cooperation • Good Ethics